Dire Dawa, Ethiopia info@gachanacharity.com
Follow us:

❤️ Nuti Hawaasa Keenyaaf Tajaajila kenninu !

Nuti Dhabbanni Gachana Charity Associationii, fayyaa fi nageenya hawaasa keenyaa cimsuuf hojiiwwan gara garaa ni hojjenna.

Karoora keenya keessaa tokko, hawaasaaf tajaajila fayyaa bu’uuraa dhaqqabamaa fi salphaa taasisuudha. Kanaanis, mana yaalaa Awaday medium clinic waliin waliigaltee fi tumsa uumuun, hawaasaaf tajaajila addaa kennineejirra.

Hojii tajaajila fayyaa kana keessatti:

🩸 Dhiiga ni laalla
🍬 Sadarkaa sukkaaraa dhiigaa ni qoranna
🌡️ Temperaaturii qaamaa ni safarra
🩺 Odeeffannoo fi gorsa fayyaa bu’uuraa ni kennina                                                                                                                              🩸dhiiga danfaa fi amaloota dhiiga danfaa mullisan ni laalla ni gorsinaas
🤝 Hawaasa keenyaaf tajaajila fayyaa dhaqqabamaa ta’e ni babal’ifna

Kaayyoon keenya namoota keenyaaf tajaajila kennuu qofa osoo hin taane, hubannoo fayyaa cimsuu, rakkoo fayyaa yeroo isaa irratti adda baasuu fi hawaasa fayya qabeessa ijaaruu dha.

💚 Hawaasaaf tajaajiluun dirqama keenya, fayyaa hawaasaa cimsuun immoo kaayyoo keenya!

Nuti Dhabbanni Gachana Charity Association
Hawaasa keenyaaf, fayyaa keenyaaf, egeree keenyaaf.

ACFDO Excutive Director

Gachana Charity Association is dedicated to empowering communities in Dire Dawa through education, healthcare, skills training, women's empowerment, and children's welfare.

3 Comments

  • User Avatar

    Abdul Dire

    02 Oct 2026 at 05:31 PM

    Ooh, Waan gaari hojjachu jirtan waan taheef itti jabaadha hii.

    Reply
  • User Avatar

    abdallaah

    02 Oct 2026 at 06:56 AM

    wooow masha allaaah hawaasni tajaaajila ammuma argate jachu ni dandenya. gachani galatoma

    Reply
  • User Avatar

    osama

    02 Oct 2026 at 06:54 AM

    kun waan jajabefamu qabu masha allah

    Reply

Leave a comment